Ashamaa harka fuune jaalatamtoota fi kabajamtoota ilmean oromoo. Moosajii kana kessaatti jechoota hayyootni oromoo dubbatan isiniif dhiheessinaa. Moosajiin kun Jechoota hayyoota oromoo gosoota heddu kan qabu yommuu ta'u , akkasumas hayyoota garagaratiin kan dhiyaateedha.